Waaamicha Walgahii ABO Oromoota Toronto fii

Transkript

Waaamicha Walgahii ABO Oromoota Toronto fii
Waaamicha Walgahii ABO Oromoota
Toronto fii naannoo ishii qubatan Maraaf
Haala qabsoon Bilisumaa Oromoo amma irra jirtuu fii hegereen
keenya maal fakkaata kan jedhu irrati marii gochuu dhaf dubbi himaan ABO Dr. Bayaan Asoobaa waan nujjidduti argamuuf deemaniif jecha akka dhuftanii quuqaa qabddan hunda buqqaafattan
kabjaan isin afeerra
Araarri Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo deebisanii cimsuuf
godhamu eessa gahe?
Tumsi Jaarmayoota biro waliin godhamaa jiru maal fakkaata?
Kan je’u waan irratti ibsi kennamu kessa hanga tokko.
Guyyuma kana kaa’imman Oromoo aadaa
miidhagaa qabnu isin garsiisuuf qophaawanii
jiran
Iddoon: Days Hotel
1677 Wilson Av.
(West of Jane Street)
Toronto, ON Canada
Guyyaan: Fuulbana (September) 18, 2010
Yeroon: Saa’aa 3:00WB(PM) - 11:00 WB(PM)
(Eastern Standard Time)
Dr. Bayaan Asoobaa

Benzer belgeler

(WGO) BIYYA UK 1982 – 2012, MAGAALAA MAANCHISTAR

(WGO) BIYYA UK 1982 – 2012, MAGAALAA MAANCHISTAR Waldaan Gargaarsa Oromoo biyya UK (WGO-UK) ayyaana hundeeffamuu waggaa 30ffaa isaa Fulbaana 8, 2012 magaalaa Maanchistar biyya Ingilizii keessatti sirna ho’aa fi miidhagaan kabajate. Erga bara 1982...

Detaylı